Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan
Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen!
Faaruu 129
Yaa Waaqayyoo ani qilee keessa ta’een si waammadhe.

Sagalee
koo naaf dhagayi;
gurri kee sagalee kadhannaa kootii kan dhaga’u haata’u.
Yaa Waaqayyoo osoo ati cubbuu namaa sakattaatee eenyuutu dhaabbataa?
Garuu dhiifamni si bira jira.
Kanaaf sababa maqaa keef abdiin si godhadhe;

lubbuun
koo seera keetiin obsite.
Sa’atii
barii irraa eegalee hanga
halkaniitti lubbuun koo Waaqayyoon amane.

Waaqayyo
biraa haraara
isa biras fayyina hedduutu jira.
Innis Isiraa’eeliin cubbuu isaa mara irraa isa fayyisa.
Abbaa Ilma Afuura Qulqulluuf galanni haa ta’u bara baraan Ameen!